Vertaling van de betekenissen Edele Qur'an - Oromo vertaling - Ghali Abapor

external-link copy
212 : 2

زُيِّنَ لِلَّذِينَ كَفَرُواْ ٱلۡحَيَوٰةُ ٱلدُّنۡيَا وَيَسۡخَرُونَ مِنَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْۘ وَٱلَّذِينَ ٱتَّقَوۡاْ فَوۡقَهُمۡ يَوۡمَ ٱلۡقِيَٰمَةِۗ وَٱللَّهُ يَرۡزُقُ مَن يَشَآءُ بِغَيۡرِ حِسَابٖ

Isaan kafaraniif jireenyi addunyaa miidhagfameera; warra amananitti ni qoosu. Warri Rabbiin sodaatan immoo Guyyaa Qiyaamaa isaanii ol ta’u. Rabbiin nama fedheef (tola Isaa irraa) lakkoofsa malee hiree kenna. info
التفاسير: