Fassarar Ma'anonin Alqura'ni - Fassara da yaren Oromiyanci - Gali Ababour

Al-Alaq

external-link copy
1 : 96

ٱقۡرَأۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلَّذِي خَلَقَ

Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi.{1} info

{1} Aayatoowwan tuni dura waan qur'aanarraa nabi muhammad s.a.w. irratti buufameeti.

التفاسير: