Fassarar Ma'anonin Alqura'ni - Fassarar da yaren Oromiyanci - Gali Ababour

external-link copy
56 : 74

وَمَا يَذۡكُرُونَ إِلَّآ أَن يَشَآءَ ٱللَّهُۚ هُوَ أَهۡلُ ٱلتَّقۡوَىٰ وَأَهۡلُ ٱلۡمَغۡفِرَةِ

Yoo Rabbiin fedhe malee hin gorfamanu. Inni (Rabbiin) kan sodaatamuu haqa godhatuufi Abbaa Araaramaati. info
التفاسير: