Fassarar Ma'anonin Alqura'ni - Fassara da yaren Oromiyanci - Gali Ababour

external-link copy
6 : 13

وَيَسۡتَعۡجِلُونَكَ بِٱلسَّيِّئَةِ قَبۡلَ ٱلۡحَسَنَةِ وَقَدۡ خَلَتۡ مِن قَبۡلِهِمُ ٱلۡمَثُلَٰتُۗ وَإِنَّ رَبَّكَ لَذُو مَغۡفِرَةٖ لِّلنَّاسِ عَلَىٰ ظُلۡمِهِمۡۖ وَإِنَّ رَبَّكَ لَشَدِيدُ ٱلۡعِقَابِ

Hamtuudhaan toltuu dura si ariifachiifatu, Odoo isaan dura adabbiin hedduun dabartee jirtuu, Dhugumatti, Gooftaan kee namaaf miidhaawwan hojjachuu isaaniitii wajjiin abbaa araaraati, Gooftaan kee abbaa adabbii cimaati info
التفاسير: