Qurani Kərimin mənaca tərcüməsi - Oromo dilinə tərcümə - Ğaliy Ababur.

Attakwiir

external-link copy
1 : 81

إِذَا ٱلشَّمۡسُ كُوِّرَتۡ

Yeroo aduun maramte, info
التفاسير:

external-link copy
2 : 81

وَإِذَا ٱلنُّجُومُ ٱنكَدَرَتۡ

Yeroo urjiin harcaate, info
التفاسير:

external-link copy
3 : 81

وَإِذَا ٱلۡجِبَالُ سُيِّرَتۡ

Yeroo gaarreen bakkaa oofamte, info
التفاسير:

external-link copy
4 : 81

وَإِذَا ٱلۡعِشَارُ عُطِّلَتۡ

Yeroo gaalli rimaan baatii kudhanii dhiifamte (tiksitee malee hafte), info
التفاسير:

external-link copy
5 : 81

وَإِذَا ٱلۡوُحُوشُ حُشِرَتۡ

Yeroo bineensonni bosonaa walitti qabamte, info
التفاسير:

external-link copy
6 : 81

وَإِذَا ٱلۡبِحَارُ سُجِّرَتۡ

Yeroo galaanni qabsiifamte (akka ibiddaatti boba'an), info
التفاسير:

external-link copy
7 : 81

وَإِذَا ٱلنُّفُوسُ زُوِّجَتۡ

Yeroo lubbuuleen hundi qindeeffamte. info
التفاسير:

external-link copy
8 : 81

وَإِذَا ٱلۡمَوۡءُۥدَةُ سُئِلَتۡ

Yeroo durbi jirtuun awwaalamte gaafatamte, info
التفاسير:

external-link copy
9 : 81

بِأَيِّ ذَنۢبٖ قُتِلَتۡ

Balleessa kamiif akka ajjeefamte; info
التفاسير:

external-link copy
10 : 81

وَإِذَا ٱلصُّحُفُ نُشِرَتۡ

Yeroo galmeen (hojii) raabsamte, info
التفاسير:

external-link copy
11 : 81

وَإِذَا ٱلسَّمَآءُ كُشِطَتۡ

Yeroo samiin buqqifamtee maramte, info
التفاسير:

external-link copy
12 : 81

وَإِذَا ٱلۡجَحِيمُ سُعِّرَتۡ

Yeroo ibiddi qabsiifamte, info
التفاسير:

external-link copy
13 : 81

وَإِذَا ٱلۡجَنَّةُ أُزۡلِفَتۡ

Yeroo jannanni dhiheeffamte, info
التفاسير:

external-link copy
14 : 81

عَلِمَتۡ نَفۡسٞ مَّآ أَحۡضَرَتۡ

Lubbuun waan dalagatte beekteetti. info
التفاسير:

external-link copy
15 : 81

فَلَآ أُقۡسِمُ بِٱلۡخُنَّسِ

(Urjiiwwan) guyyaa badanii halkan mul'ataniinin kakadha. info
التفاسير:

external-link copy
16 : 81

ٱلۡجَوَارِ ٱلۡكُنَّسِ

(Urjiiwwan) yaa’aa seenaa ta’aniinin (kakadha). info
التفاسير:

external-link copy
17 : 81

وَٱلَّيۡلِ إِذَا عَسۡعَسَ

Halkaniinis yeroo inni dukkanaa’en (kakadha), info
التفاسير:

external-link copy
18 : 81

وَٱلصُّبۡحِ إِذَا تَنَفَّسَ

Bariittillee yeroo inni hafuura baafate (ife) (kakadha), info
التفاسير:

external-link copy
19 : 81

إِنَّهُۥ لَقَوۡلُ رَسُولٖ كَرِيمٖ

Inni (Qur'aanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati {1} info

{1} Qur'aanni kuni jecha Rbbiiti jibriil fuudhee nabi muhammaditti geessuudha.

التفاسير:

external-link copy
20 : 81

ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي ٱلۡعَرۡشِ مَكِينٖ

(Ergamaa) abbaa humnaa ta'e, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu. info
التفاسير:

external-link copy
21 : 81

مُّطَاعٖ ثَمَّ أَمِينٖ

Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan ta'e. info
التفاسير:

external-link copy
22 : 81

وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجۡنُونٖ

Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti. info
التفاسير:

external-link copy
23 : 81

وَلَقَدۡ رَءَاهُ بِٱلۡأُفُقِ ٱلۡمُبِينِ

Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira. info
التفاسير:

external-link copy
24 : 81

وَمَا هُوَ عَلَى ٱلۡغَيۡبِ بِضَنِينٖ

Inni (Nabiyyiin) beekumsa fagoo irratti don'aa miti (hin dhoksu). info
التفاسير:

external-link copy
25 : 81

وَمَا هُوَ بِقَوۡلِ شَيۡطَٰنٖ رَّجِيمٖ

Inni (Qur'aanni) jecha sheeyxaana darbamaa miti. info
التفاسير:

external-link copy
26 : 81

فَأَيۡنَ تَذۡهَبُونَ

Mee eessuma deemtu? info
التفاسير:

external-link copy
27 : 81

إِنۡ هُوَ إِلَّا ذِكۡرٞ لِّلۡعَٰلَمِينَ

Inni aalama hundaaf gorsa malee hintaane. info
التفاسير:

external-link copy
28 : 81

لِمَن شَآءَ مِنكُمۡ أَن يَسۡتَقِيمَ

Nama isin irraa qajeeluma fedheef (gorsa ta'a). info
التفاسير:

external-link copy
29 : 81

وَمَا تَشَآءُونَ إِلَّآ أَن يَشَآءَ ٱللَّهُ رَبُّ ٱلۡعَٰلَمِينَ

Yoo Rabbiin aalama hundaa fedhe malee isin homaa hin feetanu. info
التفاسير: