Qurani Kərimin mənaca tərcüməsi - Oromo dilinə tərcümə - Ğaliy Ababur.

external-link copy
284 : 2

لِّلَّهِ مَا فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِي ٱلۡأَرۡضِۗ وَإِن تُبۡدُواْ مَا فِيٓ أَنفُسِكُمۡ أَوۡ تُخۡفُوهُ يُحَاسِبۡكُم بِهِ ٱللَّهُۖ فَيَغۡفِرُ لِمَن يَشَآءُ وَيُعَذِّبُ مَن يَشَآءُۗ وَٱللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءٖ قَدِيرٌ

Wantoonni samiileefi dachii keessa jiran kan Rabbiiti. Waan lubbuulee teessan keessa jiru yoo ifatti mul’iftan yookiin yoo isa dhoksitan Rabbiin ittiin isin qorata; nama fedheef ni araarama; nama fedhe immoo ni adaba. Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha. info
التفاسير: