Қуръони Карим маъноларининг таржимаси - Оромийча таржима - Ғолий Абобур

Allahab

external-link copy
1 : 111

تَبَّتۡ يَدَآ أَبِي لَهَبٖ وَتَبَّ

Harki Abuu Lahab lamaan badde [Innis] bade. info
التفاسير:

external-link copy
2 : 111

مَآ أَغۡنَىٰ عَنۡهُ مَالُهُۥ وَمَا كَسَبَ

Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne. info
التفاسير:

external-link copy
3 : 111

سَيَصۡلَىٰ نَارٗا ذَاتَ لَهَبٖ

Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira. info
التفاسير:

external-link copy
4 : 111

وَٱمۡرَأَتُهُۥ حَمَّالَةَ ٱلۡحَطَبِ

Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti). info
التفاسير:

external-link copy
5 : 111

فِي جِيدِهَا حَبۡلٞ مِّن مَّسَدِۭ

Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa ta'etu jira. info
التفاسير: