Қуръони Карим маъноларининг таржимаси - Оромийча таржима - Ғолий Абобур

Al-Aadiyaat

external-link copy
1 : 100

وَٱلۡعَٰدِيَٰتِ ضَبۡحٗا

(Faradoo jihaadaa) harganaa guluftuunin (kakadha), info
التفاسير:

external-link copy
2 : 100

فَٱلۡمُورِيَٰتِ قَدۡحٗا

(Isaan yeroo gulufan kottee isaaniitiin) ibidda qabsiisaniin, info
التفاسير:

external-link copy
3 : 100

فَٱلۡمُغِيرَٰتِ صُبۡحٗا

(Isaan) bariidhaan (diina irratti) weerara adeemsisanitti; info
التفاسير:

external-link copy
4 : 100

فَأَثَرۡنَ بِهِۦ نَقۡعٗا

Isaan dhukkee ol kaasanitti; info
التفاسير:

external-link copy
5 : 100

فَوَسَطۡنَ بِهِۦ جَمۡعًا

Isaan (weeraraan) gamtaa diinaa walakkeessaniin [kakadha]. info
التفاسير:

external-link copy
6 : 100

إِنَّ ٱلۡإِنسَٰنَ لِرَبِّهِۦ لَكَنُودٞ

Dhugumatti, namni (hedduun) Gooftaa isaa mormaadha. info
التفاسير:

external-link copy
7 : 100

وَإِنَّهُۥ عَلَىٰ ذَٰلِكَ لَشَهِيدٞ

Inni kana irratti ragaadha. info
التفاسير:

external-link copy
8 : 100

وَإِنَّهُۥ لِحُبِّ ٱلۡخَيۡرِ لَشَدِيدٌ

Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha. info
التفاسير:

external-link copy
9 : 100

۞ أَفَلَا يَعۡلَمُ إِذَا بُعۡثِرَ مَا فِي ٱلۡقُبُورِ

Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu? info
التفاسير:

external-link copy
10 : 100

وَحُصِّلَ مَا فِي ٱلصُّدُورِ

Yeroo wanti qomoota keessa jiran (hundi) ifa baafaman (hin beekuu?) info
التفاسير:

external-link copy
11 : 100

إِنَّ رَبَّهُم بِهِمۡ يَوۡمَئِذٖ لَّخَبِيرُۢ

Dhugumatti, Gooftan isaanii guyyaa san isaan beekaadha. info
التفاسير: