قۇرئان كەرىم مەنىلىرىنىڭ تەرجىمىسى - ئۇرۇمىيچە تەرجىمىسى - غالى ئەبابۇر

external-link copy
37 : 24

رِجَالٞ لَّا تُلۡهِيهِمۡ تِجَٰرَةٞ وَلَا بَيۡعٌ عَن ذِكۡرِ ٱللَّهِ وَإِقَامِ ٱلصَّلَوٰةِ وَإِيتَآءِ ٱلزَّكَوٰةِ يَخَافُونَ يَوۡمٗا تَتَقَلَّبُ فِيهِ ٱلۡقُلُوبُ وَٱلۡأَبۡصَٰرُ

Dhiironni daldalas ta’ee gurgurtaan yaadannoo Rabbii irraafii, salaata dhaabuufi zakaa kennuu irraa isaan hin dagnetu (ishee keessatti Rabbi faarsa) guyyaa isa keessa onneewwaniifi ijjoonni gara gaggaltu kan sodaatan ta’anii (ishee keessatti Rabbiin qulqulleessu). info
التفاسير: