ශුද්ධවූ අල් කුර්ආන් අර්ථ කථනය - ඔරොමියානු පරිවර්තනය - ගාලී අබාබූර්

external-link copy
82 : 4

أَفَلَا يَتَدَبَّرُونَ ٱلۡقُرۡءَانَۚ وَلَوۡ كَانَ مِنۡ عِندِ غَيۡرِ ٱللَّهِ لَوَجَدُواْ فِيهِ ٱخۡتِلَٰفٗا كَثِيرٗا

Sila isaan Qur’aana hin xiinxalanuu? Odoo Rabbi malee kan biroo biraa ta’ee, silaa isa keessatti wal dhabbii baay’ee argu turan. info
التفاسير: