Tradução dos significados do Nobre Qur’an. - Tradução Oromo - Gali Ababur

external-link copy
30 : 13

كَذَٰلِكَ أَرۡسَلۡنَٰكَ فِيٓ أُمَّةٖ قَدۡ خَلَتۡ مِن قَبۡلِهَآ أُمَمٞ لِّتَتۡلُوَاْ عَلَيۡهِمُ ٱلَّذِيٓ أَوۡحَيۡنَآ إِلَيۡكَ وَهُمۡ يَكۡفُرُونَ بِٱلرَّحۡمَٰنِۚ قُلۡ هُوَ رَبِّي لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ عَلَيۡهِ تَوَكَّلۡتُ وَإِلَيۡهِ مَتَابِ

Akka kanatti gara ummata ishee dura ummatoonni biraa dabrite keessatti si ergine. akka isa gara keetti buufne isaan irratti dubbiftuuf, isaan ‘Rahmaanitti’ kafaran. (Yaa Muhammad!) jedhi “Inni Gooftaa kiyya, Isa malee gabbaramaan haqaa hin jiru, Isa irratti hirkadheera. Garuma Isaatti deebiin”. info
التفاسير: