पवित्र कुरअानको अर्थको अनुवाद - ओरोमो अनुवाद : घाली अपापुर अपागोना

external-link copy
135 : 2

وَقَالُواْ كُونُواْ هُودًا أَوۡ نَصَٰرَىٰ تَهۡتَدُواْۗ قُلۡ بَلۡ مِلَّةَ إِبۡرَٰهِـۧمَ حَنِيفٗاۖ وَمَا كَانَ مِنَ ٱلۡمُشۡرِكِينَ

"Ni qajeeltuu Yahuudaa yookiin Kiristaanota ta’aa" jedhan, "Dhugaatti karaa Ibraahiim isa qajeelaa ta’e (hordofna); Inni mushrikoota irraa hin taane" jedhi. info
التفاسير: