Kilniojo Korano reikšmių vertimas - Vertimas į oromų k. - Ghali Ababur

Al-Ikhlaas

external-link copy
1 : 112

قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ

Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha. {1} info

{1} sadarkaa suuraa tanaa keessatti hadiisa abiisaiid alkhudrii kan bukaariin odeesse keessatti Nabiin s.a.w. "Rabbii lubbuun tiyya harka isaa keessa jirtuun kakadhee isiin 1/3 tokko sadaffaa qur'aanaatti qixxaatti" jedhe.

التفاسير:

external-link copy
2 : 112

ٱللَّهُ ٱلصَّمَدُ

Allaahn hirkoo waa hundaati. info
التفاسير:

external-link copy
3 : 112

لَمۡ يَلِدۡ وَلَمۡ يُولَدۡ

Hin dhalle hin dhalannes. info
التفاسير:

external-link copy
4 : 112

وَلَمۡ يَكُن لَّهُۥ كُفُوًا أَحَدُۢ

Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.” info
التفاسير: