クルアーンの対訳 - オロモ語対訳 - Ghaly Ababour

Attiin

external-link copy
1 : 95

وَٱلتِّينِ وَٱلزَّيۡتُونِ

Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha). info
التفاسير:

external-link copy
2 : 95

وَطُورِ سِينِينَ

Gaara (Tulluu) xuuri Siiniinaatiinis. info
التفاسير:

external-link copy
3 : 95

وَهَٰذَا ٱلۡبَلَدِ ٱلۡأَمِينِ

Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha). info
التفاسير:

external-link copy
4 : 95

لَقَدۡ خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ فِيٓ أَحۡسَنِ تَقۡوِيمٖ

Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii ta'e keessatti isa uumne. info
التفاسير:

external-link copy
5 : 95

ثُمَّ رَدَدۡنَٰهُ أَسۡفَلَ سَٰفِلِينَ

Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa ta'etti isa deebifne. info
التفاسير:

external-link copy
6 : 95

إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ فَلَهُمۡ أَجۡرٌ غَيۡرُ مَمۡنُونٖ

Isaan amananii gaggaarii dalagan malee isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira. info
التفاسير:

external-link copy
7 : 95

فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعۡدُ بِٱلدِّينِ

Kana booda maaltu galata [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisisa (kijibsiisutti si kaase)? info
التفاسير:

external-link copy
8 : 95

أَلَيۡسَ ٱللَّهُ بِأَحۡكَمِ ٱلۡحَٰكِمِينَ

Sila Rabbiin irra murteessaa murteessitootaa hin taanee? info
التفاسير: