クルアーンの対訳 - オロモ語対訳 - Ghaly Ababour

external-link copy
15 : 13

وَلِلَّهِۤ يَسۡجُدُۤ مَن فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِ طَوۡعٗا وَكَرۡهٗا وَظِلَٰلُهُم بِٱلۡغُدُوِّ وَٱلۡأٓصَالِ۩

Wantoonni samiileefi dachii keessa jiran Rabbiif sujuuda godhu. kan jaalataniifi kan jibban ta’anii, Gaaddidduuwwan isaaniis ganamaafi galgala keessatti.{1} info

{1} bakka kanatti sujuuda tilaawaa (qaraatii qur'aanaa) sujuuduu barbaachisa. inni qur'aana keessa bakka 15 jira.

التفاسير: