Translation of the Meanings of the Noble Qur'an - Oromo translation - Gali Ababor

external-link copy
22 : 33

وَلَمَّا رَءَا ٱلۡمُؤۡمِنُونَ ٱلۡأَحۡزَابَ قَالُواْ هَٰذَا مَا وَعَدَنَا ٱللَّهُ وَرَسُولُهُۥ وَصَدَقَ ٱللَّهُ وَرَسُولُهُۥۚ وَمَا زَادَهُمۡ إِلَّآ إِيمَٰنٗا وَتَسۡلِيمٗا

Mu’umintoonni yeroma gamtaalee diinaa argan “kun waan Rabbiifi ergamaan Isaa waadaa nuuf galani. Rabbiifi ergamaan Isaa dhugaa dubbataniiru” jedhu. Iimaanaafi (Rabbiif) ajajmuu malee wanta biraa isaaniif hin daballe. info
التفاسير: