Translation of the Meanings of the Noble Qur'an - Oromo translation - Gali Ababor

external-link copy
27 : 24

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا تَدۡخُلُواْ بُيُوتًا غَيۡرَ بُيُوتِكُمۡ حَتَّىٰ تَسۡتَأۡنِسُواْ وَتُسَلِّمُواْ عَلَىٰٓ أَهۡلِهَاۚ ذَٰلِكُمۡ خَيۡرٞ لَّكُمۡ لَعَلَّكُمۡ تَذَكَّرُونَ

Yaa warra amantan! Mana keessan hin ta’in hanga hayyamsiifattaniifi abbootii ishee nagaa gaafattanitti hin seeninaa. santu isiniif caala Akka gorfamtaniif jecha. info
التفاسير: