Translation of the Meanings of the Noble Qur'an - Oromo translation - Gali Ababor

external-link copy
88 : 2

وَقَالُواْ قُلُوبُنَا غُلۡفُۢۚ بَل لَّعَنَهُمُ ٱللَّهُ بِكُفۡرِهِمۡ فَقَلِيلٗا مَّا يُؤۡمِنُونَ

[Isaanis] "Onneewwan keenya cufamaadha" jedhan. dhugumatti sababa kufrii isaanii Rabbiin isaan abaare. xiqqoo amananu. info
التفاسير: