Translation of the Meanings of the Noble Qur'an - Oromo translation - Gali Ababor

external-link copy
206 : 2

وَإِذَا قِيلَ لَهُ ٱتَّقِ ٱللَّهَ أَخَذَتۡهُ ٱلۡعِزَّةُ بِٱلۡإِثۡمِۚ فَحَسۡبُهُۥ جَهَنَّمُۖ وَلَبِئۡسَ ٱلۡمِهَادُ

Yeroo "Rabbiin sodaadhu" isaan jedhame of tuulummaan badiitti isa kakaasa. Ga’aan Isaa jahannami, Afanni (jahannam ta’uun) waa fokkate! info
التفاسير: