Translation of the Meanings of the Noble Qur'an - Oromo translation - Gali Ababor

external-link copy
108 : 2

أَمۡ تُرِيدُونَ أَن تَسۡـَٔلُواْ رَسُولَكُمۡ كَمَا سُئِلَ مُوسَىٰ مِن قَبۡلُۗ وَمَن يَتَبَدَّلِ ٱلۡكُفۡرَ بِٱلۡإِيمَٰنِ فَقَدۡ ضَلَّ سَوَآءَ ٱلسَّبِيلِ

Dhugaatti isin ergamaa keessan gaafachuu feetu, akka muusaan kana dura gaafatame. Namni kufrii iimaanaan jijjiirrate, dhugumatti karaa sirrii irraa jallateera. info
التفاسير: