Translation of the Meanings of the Noble Qur'an - Oromo translation - Gali Ababor

external-link copy
34 : 13

لَّهُمۡ عَذَابٞ فِي ٱلۡحَيَوٰةِ ٱلدُّنۡيَاۖ وَلَعَذَابُ ٱلۡأٓخِرَةِ أَشَقُّۖ وَمَا لَهُم مِّنَ ٱللَّهِ مِن وَاقٖ

Isaaniif jireenya addunyaa keessatti adabbiitu jira. adabbiin Aakhiraa immoo akkaan jabaadha. Ammas isaaniif (adabbii) Rabbii irraa ittisaan hin jiru. info
التفاسير: