Translation of the Meanings of the Noble Qur'an - Oromo translation - Gali Ababor

external-link copy
96 : 12

فَلَمَّآ أَن جَآءَ ٱلۡبَشِيرُ أَلۡقَىٰهُ عَلَىٰ وَجۡهِهِۦ فَٱرۡتَدَّ بَصِيرٗاۖ قَالَ أَلَمۡ أَقُل لَّكُمۡ إِنِّيٓ أَعۡلَمُ مِنَ ٱللَّهِ مَا لَا تَعۡلَمُونَ

Gammachiisaan Yeroma dhufu fuula isaa (Ya’aquub) irratti isa darbe. Innis kan argu ta’e (ijji nibanamteef) “Ani Rabbi irraa waan isin hin beeknen beeka isiniin hin jennee?” jedhe. info
التفاسير: