ترجمة معاني القرآن الكريم - الترجمة الأورومية - غالي أبابور

رقم الصفحة:close

external-link copy
48 : 74

فَمَا تَنفَعُهُمۡ شَفَٰعَةُ ٱلشَّٰفِعِينَ

Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu. info
التفاسير:

external-link copy
49 : 74

فَمَا لَهُمۡ عَنِ ٱلتَّذۡكِرَةِ مُعۡرِضِينَ

Maaltu isaaniif jiraayi gorsa (Qur'aanaa) irraa gara galoo ta'u? info
التفاسير:

external-link copy
50 : 74

كَأَنَّهُمۡ حُمُرٞ مُّسۡتَنفِرَةٞ

(Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu. info
التفاسير:

external-link copy
51 : 74

فَرَّتۡ مِن قَسۡوَرَةِۭ

Leenca irraa kan baqatan. info
التفاسير:

external-link copy
52 : 74

بَلۡ يُرِيدُ كُلُّ ٱمۡرِيٕٖ مِّنۡهُمۡ أَن يُؤۡتَىٰ صُحُفٗا مُّنَشَّرَةٗ

Inumaa namni isaan irraa ta'e hundi kitaabota banamoo kennamuu fedha. info
التفاسير:

external-link copy
53 : 74

كَلَّاۖ بَل لَّا يَخَافُونَ ٱلۡأٓخِرَةَ

Haadhoowwamanii (hin kennamanu) isaan Aakhirumaayyuu hin sodaatanu. info
التفاسير:

external-link copy
54 : 74

كَلَّآ إِنَّهُۥ تَذۡكِرَةٞ

haadhoowwamanii inni (Qur'aanni) gorsa. info
التفاسير:

external-link copy
55 : 74

فَمَن شَآءَ ذَكَرَهُۥ

Nama fedheetu isaan gorfama. info
التفاسير:

external-link copy
56 : 74

وَمَا يَذۡكُرُونَ إِلَّآ أَن يَشَآءَ ٱللَّهُۚ هُوَ أَهۡلُ ٱلتَّقۡوَىٰ وَأَهۡلُ ٱلۡمَغۡفِرَةِ

Yoo Rabbiin fedhe malee hin gorfamanu. Inni (Rabbiin) kan sodaatamuu haqa godhatuufi Abbaa Araaramaati. info
التفاسير: