ترجمة معاني القرآن الكريم - الترجمة الأورومية - غالي أبابور

سورة القارعة - Alqaari’aa

external-link copy
1 : 101

ٱلۡقَارِعَةُ

Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan). info
التفاسير:

external-link copy
2 : 101

مَا ٱلۡقَارِعَةُ

Qalbii rukuttuun maali? info
التفاسير:

external-link copy
3 : 101

وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡقَارِعَةُ

Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise? info
التفاسير:

external-link copy
4 : 101

يَوۡمَ يَكُونُ ٱلنَّاسُ كَٱلۡفَرَاشِ ٱلۡمَبۡثُوثِ

Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u. info
التفاسير:

external-link copy
5 : 101

وَتَكُونُ ٱلۡجِبَالُ كَٱلۡعِهۡنِ ٱلۡمَنفُوشِ

(Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) ta'u. info
التفاسير:

external-link copy
6 : 101

فَأَمَّا مَن ثَقُلَتۡ مَوَٰزِينُهُۥ

Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte, info
التفاسير:

external-link copy
7 : 101

فَهُوَ فِي عِيشَةٖ رَّاضِيَةٖ

Inni jireenya jaalatamtuu keessa ta'a. info
التفاسير:

external-link copy
8 : 101

وَأَمَّا مَنۡ خَفَّتۡ مَوَٰزِينُهُۥ

Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo, info
التفاسير:

external-link copy
9 : 101

فَأُمُّهُۥ هَاوِيَةٞ

Qubannoonni isaa “Haawiyaa”dha. info
التفاسير:

external-link copy
10 : 101

وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا هِيَهۡ

Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise? info
التفاسير:

external-link copy
11 : 101

نَارٌ حَامِيَةُۢ

(Isheen) ibidda gubduudha. info
التفاسير: