《古兰经》译解 - 奥罗莫语翻译 - 哈里·艾巴布勒。

external-link copy
27 : 9

ثُمَّ يَتُوبُ ٱللَّهُ مِنۢ بَعۡدِ ذَٰلِكَ عَلَىٰ مَن يَشَآءُۗ وَٱللَّهُ غَفُورٞ رَّحِيمٞ

Rabbiin sana booda nama fedhe irraa tawbaa isaa qeebala. Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha. info
التفاسير: