《古兰经》译解 - 奥罗莫语翻译 - 哈里·艾巴布勒。

external-link copy
36 : 13

وَٱلَّذِينَ ءَاتَيۡنَٰهُمُ ٱلۡكِتَٰبَ يَفۡرَحُونَ بِمَآ أُنزِلَ إِلَيۡكَۖ وَمِنَ ٱلۡأَحۡزَابِ مَن يُنكِرُ بَعۡضَهُۥۚ قُلۡ إِنَّمَآ أُمِرۡتُ أَنۡ أَعۡبُدَ ٱللَّهَ وَلَآ أُشۡرِكَ بِهِۦٓۚ إِلَيۡهِ أَدۡعُواْ وَإِلَيۡهِ مَـَٔابِ

Warri nuti kitaaba isaaniif kennine, waan gara keetti buufametti ni gammadu. Ahzaaba irraa nama garii isaa mormutu jira. jedhi “Kan ani ajajames Rabbiin qofa gabbaruufi Isatti homaa qindeessuu dhabuudha”. Gara Isaa qofattin waama; deebiin kiyyas gara Isaati. info
التفاسير: