அல்குர்ஆன் மொழிபெயர்ப்பு - ஓரோமோ மொழிபெயர்ப்பு - காலி அபாபூர்

external-link copy
110 : 2

وَأَقِيمُواْ ٱلصَّلَوٰةَ وَءَاتُواْ ٱلزَّكَوٰةَۚ وَمَا تُقَدِّمُواْ لِأَنفُسِكُم مِّنۡ خَيۡرٖ تَجِدُوهُ عِندَ ٱللَّهِۗ إِنَّ ٱللَّهَ بِمَا تَعۡمَلُونَ بَصِيرٞ

Salaata gadi dhaabaa; zakaas kennaa,Toltuu irraa waan lubbuu keessaniif dabarfattan (kamillee) Rabbiin biratti isa argattu. Dhugumatti, Rabbiin waan isin hojjattan akkaan argaadha. info
التفاسير: