د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور

external-link copy
53 : 8

ذَٰلِكَ بِأَنَّ ٱللَّهَ لَمۡ يَكُ مُغَيِّرٗا نِّعۡمَةً أَنۡعَمَهَا عَلَىٰ قَوۡمٍ حَتَّىٰ يُغَيِّرُواْ مَا بِأَنفُسِهِمۡ وَأَنَّ ٱللَّهَ سَمِيعٌ عَلِيمٞ

  Kun waan Rabbiin tola ummata irratti oole tokko hanga isaan waan lubbuulee isaaniitti jiru jijjiiranitti kan jirjiiru hintahiniifi. Rabbiin dhagayaa beekaadha. info
التفاسير: