د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور

external-link copy
17 : 4

إِنَّمَا ٱلتَّوۡبَةُ عَلَى ٱللَّهِ لِلَّذِينَ يَعۡمَلُونَ ٱلسُّوٓءَ بِجَهَٰلَةٖ ثُمَّ يَتُوبُونَ مِن قَرِيبٖ فَأُوْلَٰٓئِكَ يَتُوبُ ٱللَّهُ عَلَيۡهِمۡۗ وَكَانَ ٱللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمٗا

 Tawbaan qeebaltiin isii Rabbirratti taate warra wallaalumaan hamtuu hojjatanii ergasii dhihootti tawbataniifi, Warra san Rabbiin tawbaa isaanii irraa qeebala, Rabbiinis beekaa, ogeessa ta'eera. info
التفاسير: