د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور

external-link copy
62 : 33

سُنَّةَ ٱللَّهِ فِي ٱلَّذِينَ خَلَوۡاْ مِن قَبۡلُۖ وَلَن تَجِدَ لِسُنَّةِ ٱللَّهِ تَبۡدِيلٗا

Karaa Rabbii kan warra duraan dabran keessatti (Inni karaa godhe). Karaa Rabbiitiif jijjiirama hin argitu. info
التفاسير: