د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور

external-link copy
10 : 33

إِذۡ جَآءُوكُم مِّن فَوۡقِكُمۡ وَمِنۡ أَسۡفَلَ مِنكُمۡ وَإِذۡ زَاغَتِ ٱلۡأَبۡصَٰرُ وَبَلَغَتِ ٱلۡقُلُوبُ ٱلۡحَنَاجِرَ وَتَظُنُّونَ بِٱللَّهِ ٱلظُّنُونَا۠

Yeroo gubbaa keessaniifi garjalee keessan irraa isinitti dhufan, yeroo ijjoowan jallattee (hiramtee), onneewwanis kokkeewwan geessee, Rabbitti yaada fokkataa yaaddan san [yaadadhaa]. info
التفاسير: