د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور

external-link copy
37 : 3

فَتَقَبَّلَهَا رَبُّهَا بِقَبُولٍ حَسَنٖ وَأَنۢبَتَهَا نَبَاتًا حَسَنٗا وَكَفَّلَهَا زَكَرِيَّاۖ كُلَّمَا دَخَلَ عَلَيۡهَا زَكَرِيَّا ٱلۡمِحۡرَابَ وَجَدَ عِندَهَا رِزۡقٗاۖ قَالَ يَٰمَرۡيَمُ أَنَّىٰ لَكِ هَٰذَاۖ قَالَتۡ هُوَ مِنۡ عِندِ ٱللَّهِۖ إِنَّ ٱللَّهَ يَرۡزُقُ مَن يَشَآءُ بِغَيۡرِ حِسَابٍ

Gooftaan ishee qeebaltii gaarii ta’een ishee qeebale. Guddina gaarii ishee guddise. Zakariyyaan ishee guddise. Zakariyyaan dhawaatuma ishee irratti mihraaba seenuun soorata ishee biratti arga. “Yaa maryam kun eessaa siif dhufa?” jedhe. “Inni Rabbiin biraayyi” jette. Dhugumatti Rabbiin nama fedhe herrega malee soora. info
التفاسير: