د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور

external-link copy
47 : 12

قَالَ تَزۡرَعُونَ سَبۡعَ سِنِينَ دَأَبٗا فَمَا حَصَدتُّمۡ فَذَرُوهُ فِي سُنۢبُلِهِۦٓ إِلَّا قَلِيلٗا مِّمَّا تَأۡكُلُونَ

Ni jedhe: “Waggaa walitti aanan torbaaf akkuma barametti facaafattu. waan oomishtan sootalloo isaa keessatti isa dhiisaa Xiqqoo waan irraa nyaattan malee. info
التفاسير: