د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور

external-link copy
42 : 10

وَمِنۡهُم مَّن يَسۡتَمِعُونَ إِلَيۡكَۚ أَفَأَنتَ تُسۡمِعُ ٱلصُّمَّ وَلَوۡ كَانُواْ لَا يَعۡقِلُونَ

Isaan irraa namoota gara kee dhageeffatantu jira. Sila ati namoota gurri duude,dhageessiftaa? odoo isaan sammuu hin qabnellee. info
التفاسير: