د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور

external-link copy
40 : 10

وَمِنۡهُم مَّن يُؤۡمِنُ بِهِۦ وَمِنۡهُم مَّن لَّا يُؤۡمِنُ بِهِۦۚ وَرَبُّكَ أَعۡلَمُ بِٱلۡمُفۡسِدِينَ

Isaan irraa namoota isatti amanantu jira. Isaan irraas namoota isatti hin amannetu jira. Gooftaan kee badii hojjattoota akkaan beekaadha. info
التفاسير: