पवित्र कुरअानको अर्थको अनुवाद - ओरोमो अनुवाद : घाली अपापुर अपागोना

Annaazi’aat

external-link copy
1 : 79

وَٱلنَّٰزِعَٰتِ غَرۡقٗا

[Maleykaa lubbuu kaafiraa] humnaan buttuunin (kakadha). info
التفاسير:

external-link copy
2 : 79

وَٱلنَّٰشِطَٰتِ نَشۡطٗا

[Kan lubbuu mu’uminaa] luqqisuu suuta luqqiftuunis. info
التفاسير:

external-link copy
3 : 79

وَٱلسَّٰبِحَٰتِ سَبۡحٗا

[Kan ajaja Rabbii geessuuf] adeemuu demaniinis. info
التفاسير:

external-link copy
4 : 79

فَٱلسَّٰبِقَٰتِ سَبۡقٗا

Maleykota] dorgommii wal dorgomaniinis. info
التفاسير:

external-link copy
5 : 79

فَٱلۡمُدَبِّرَٰتِ أَمۡرٗا

(Kan) ajaja Rabbii gara dachii geessaniininis (nan kakadha). info
التفاسير:

external-link copy
6 : 79

يَوۡمَ تَرۡجُفُ ٱلرَّاجِفَةُ

Guyyaa sochootuun [afuuffiin xurumbaa nama] sochooftu; info
التفاسير:

external-link copy
7 : 79

تَتۡبَعُهَا ٱلرَّادِفَةُ

Hordoftuutu (afuuffii biraatu) ishee hordofa. info
التفاسير:

external-link copy
8 : 79

قُلُوبٞ يَوۡمَئِذٖ وَاجِفَةٌ

Onneewwan guyyaa san rifattuudha. info
التفاسير:

external-link copy
9 : 79

أَبۡصَٰرُهَا خَٰشِعَةٞ

Ijji ishee salphattuudha. info
التفاسير:

external-link copy
10 : 79

يَقُولُونَ أَءِنَّا لَمَرۡدُودُونَ فِي ٱلۡحَافِرَةِ

Ni jedhu: "sila nuti dhugumatti haala jireenya duriitti ni deebifamnaa? info
التفاسير:

external-link copy
11 : 79

أَءِذَا كُنَّا عِظَٰمٗا نَّخِرَةٗ

Sila erga lafee dhumte taanee moo? info
التفاسير:

external-link copy
12 : 79

قَالُواْ تِلۡكَ إِذٗا كَرَّةٌ خَاسِرَةٞ

Yoo akkas ta'e sun deebii hoongooti" jedhan. info
التفاسير:

external-link copy
13 : 79

فَإِنَّمَا هِيَ زَجۡرَةٞ وَٰحِدَةٞ

Isheen iyya (afuuffii) tokko qofa. info
التفاسير:

external-link copy
14 : 79

فَإِذَا هُم بِٱلسَّاهِرَةِ

Yeroma san isaan gubbaa dachii irratti ta'u. info
التفاسير:

external-link copy
15 : 79

هَلۡ أَتَىٰكَ حَدِيثُ مُوسَىٰٓ

Sila haasofni waa’ee Muusaa sitti dhufee? info
التفاسير:

external-link copy
16 : 79

إِذۡ نَادَىٰهُ رَبُّهُۥ بِٱلۡوَادِ ٱلۡمُقَدَّسِ طُوًى

Yeroo Gooftaan isaa laga qulqulleffamaa "Xuwaa" jedhamu keessatti isatti lallabe. info
التفاسير:

external-link copy
17 : 79

ٱذۡهَبۡ إِلَىٰ فِرۡعَوۡنَ إِنَّهُۥ طَغَىٰ

Gara Fir'awn deemi; inni daangaa darbee jira. info
التفاسير:

external-link copy
18 : 79

فَقُلۡ هَل لَّكَ إِلَىٰٓ أَن تَزَكَّىٰ

Jedhiin: "sila gara (shirkii irraa) qulqulleffachuutti fedha qabdaa? info
التفاسير:

external-link copy
19 : 79

وَأَهۡدِيَكَ إِلَىٰ رَبِّكَ فَتَخۡشَىٰ

Akka sodaattuuf gara Gooftaa keetii si qajeelchutti (fedha qabdaa)." info
التفاسير:

external-link copy
20 : 79

فَأَرَىٰهُ ٱلۡأٓيَةَ ٱلۡكُبۡرَىٰ

[Muusan] mallattoo guddaa isa (Fir'awniin) agarsiise. info
التفاسير:

external-link copy
21 : 79

فَكَذَّبَ وَعَصَىٰ

Inni (Fir’awn) sobsiisee faallesse. info
التفاسير:

external-link copy
22 : 79

ثُمَّ أَدۡبَرَ يَسۡعَىٰ

Ergasii ariifataa gara gale. info
التفاسير:

external-link copy
23 : 79

فَحَشَرَ فَنَادَىٰ

Sana booda walitti qabee lallabe: info
التفاسير:

external-link copy
24 : 79

فَقَالَ أَنَا۠ رَبُّكُمُ ٱلۡأَعۡلَىٰ

“Ani gooftaa keessan isa ol aanaadha” jedhe. info
التفاسير:

external-link copy
25 : 79

فَأَخَذَهُ ٱللَّهُ نَكَالَ ٱلۡأٓخِرَةِ وَٱلۡأُولَىٰٓ

Sana booda Rabbiin adabbii [badii] boodaatiifi jalqabaatiifis isa qabe. info
التفاسير:

external-link copy
26 : 79

إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَعِبۡرَةٗ لِّمَن يَخۡشَىٰٓ

Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira. info
التفاسير:

external-link copy
27 : 79

ءَأَنتُمۡ أَشَدُّ خَلۡقًا أَمِ ٱلسَّمَآءُۚ بَنَىٰهَا

Sila uumaa keessantu irra jabaata moo samii dha? Inni (Rabbiin) ishee ni ijaare. info
التفاسير:

external-link copy
28 : 79

رَفَعَ سَمۡكَهَا فَسَوَّىٰهَا

Ijaarsa ishee ol fuudhee, ishee wal qixxeesse. info
التفاسير:

external-link copy
29 : 79

وَأَغۡطَشَ لَيۡلَهَا وَأَخۡرَجَ ضُحَىٰهَا

Halkan ishee dukkaneessee guyyaa ishee ibse. info
التفاسير:

external-link copy
30 : 79

وَٱلۡأَرۡضَ بَعۡدَ ذَٰلِكَ دَحَىٰهَآ

Dachii sana booda sirreesse. info
التفاسير:

external-link copy
31 : 79

أَخۡرَجَ مِنۡهَا مَآءَهَا وَمَرۡعَىٰهَا

Ishee irraa bishaan isheetiifi biqiltuu ishee ni baase. info
التفاسير:

external-link copy
32 : 79

وَٱلۡجِبَالَ أَرۡسَىٰهَا

Gaarreenis dachii irra ni dhaabe. info
التفاسير:

external-link copy
33 : 79

مَتَٰعٗا لَّكُمۡ وَلِأَنۡعَٰمِكُمۡ

Isiniifi beelladoota keessan qanansiisuuf [kana godhe]. info
التفاسير:

external-link copy
34 : 79

فَإِذَا جَآءَتِ ٱلطَّآمَّةُ ٱلۡكُبۡرَىٰ

Yeroo balaan guddoon (Qiyaamaan) dhufte, info
التفاسير:

external-link copy
35 : 79

يَوۡمَ يَتَذَكَّرُ ٱلۡإِنسَٰنُ مَا سَعَىٰ

Guyyaa namni waan hojjate hunda yaadatu, info
التفاسير:

external-link copy
36 : 79

وَبُرِّزَتِ ٱلۡجَحِيمُ لِمَن يَرَىٰ

(Guyyaa) ibiddi jahannam namuma arguuf mul'atte, info
التفاسير:

external-link copy
37 : 79

فَأَمَّا مَن طَغَىٰ

Namni daangaa dabree, info
التفاسير:

external-link copy
38 : 79

وَءَاثَرَ ٱلۡحَيَوٰةَ ٱلدُّنۡيَا

Jireenya addunyaa kanaa filate, info
التفاسير:

external-link copy
39 : 79

فَإِنَّ ٱلۡجَحِيمَ هِيَ ٱلۡمَأۡوَىٰ

Dhugumatti, jahannam teesson isaa. info
التفاسير:

external-link copy
40 : 79

وَأَمَّا مَنۡ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِۦ وَنَهَى ٱلنَّفۡسَ عَنِ ٱلۡهَوَىٰ

Namni Gooftaa isaa dura dhaabbachuu sodaatee, lubbuu isaa waan isheen hawwitu irraa dhorge, info
التفاسير:

external-link copy
41 : 79

فَإِنَّ ٱلۡجَنَّةَ هِيَ ٱلۡمَأۡوَىٰ

Dhugumatti, jannanni bakka qubannaa isaati. info
التفاسير:

external-link copy
42 : 79

يَسۡـَٔلُونَكَ عَنِ ٱلسَّاعَةِ أَيَّانَ مُرۡسَىٰهَا

[Yaa Muhammad SAW!] Qiyaamaa irraa, yoom argamtii ishee si gaafatu. info
التفاسير:

external-link copy
43 : 79

فِيمَ أَنتَ مِن ذِكۡرَىٰهَآ

Ati beekumsa ishee irraa maal keessa jirta? info
التفاسير:

external-link copy
44 : 79

إِلَىٰ رَبِّكَ مُنتَهَىٰهَآ

Beekumsi ishee kan dhumaa garuma Gooftaa keetiiti. info
التفاسير:

external-link copy
45 : 79

إِنَّمَآ أَنتَ مُنذِرُ مَن يَخۡشَىٰهَا

Ati akeekkachiisaa nama ishee sodaatuuti. info
التفاسير:

external-link copy
46 : 79

كَأَنَّهُمۡ يَوۡمَ يَرَوۡنَهَا لَمۡ يَلۡبَثُوٓاْ إِلَّا عَشِيَّةً أَوۡ ضُحَىٰهَا

Isaan guyyaa ishee argan akka waan isaan galgala tokko yookiin ganama tokko malee (addunyaa irra) hin turin itti fakkaata. info
التفاسير: