വിശുദ്ധ ഖുർആൻ പരിഭാഷ - ഓരോമോ വിവർത്തനം - ഗാലീ അബാബൂർ

external-link copy
103 : 5

مَا جَعَلَ ٱللَّهُ مِنۢ بَحِيرَةٖ وَلَا سَآئِبَةٖ وَلَا وَصِيلَةٖ وَلَا حَامٖ وَلَٰكِنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ يَفۡتَرُونَ عَلَى ٱللَّهِ ٱلۡكَذِبَۖ وَأَكۡثَرُهُمۡ لَا يَعۡقِلُونَ

  Rabbiin "Bahiiraah", "Saa’ibaa", "Wasiilaa"fi "Haam" karaa hin goone. Garuu warri kafaran Rabbirratti soba uumu. Irra hedduun isaanii hin xiixalanu. {3} info

ما شرع الله للمشركين ما ابتدعوه في بهيمة الأنعام مِن تَرْك الانتفاع ببعضها وجعلها للأصنام، وهي: البَحيرة التي تُقطع أذنها إذا ولدت عددًا من البطون، والسائبة وهي التي تُترك للأصنام، والوصيلة وهي التي تتصل ولادتها بأنثى بعد أنثى، والحامي وهو الذكر من الإبل إذا وُلد من صلبه عدد من الإبل
{3} kanneen maqaa beeyladoota mushriktoonni taabota isaaniitiif kennaniiti, kana Rabbiin karaa hingoone.
bahiiraa jechuun beeyladaa yeroo isiin hanga tokko horte gurra isii muranii taabotaaf dhiisaniiti kan itti hinfayyadamne.
saaibaan:- taan taabotaaf dhiifamtu tan itti hinfayyadamne.
wasiilaan:- tan dhalaa hedduu walitti aansitee hortee san booda taabotaaf dhiifamtu.
haam:- korma hanga beekamaa tokko horsiise (dhalche) kan sanbooda taabotaaf dhiifamuudha. kuni hunduu dhara waan Rabbiin karaa godhee miti.

التفاسير: