വിശുദ്ധ ഖുർആൻ പരിഭാഷ - ഓരോമോ വിവർത്തനം - ഗാലീ അബാബൂർ

external-link copy
23 : 14

وَأُدۡخِلَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ جَنَّٰتٖ تَجۡرِي مِن تَحۡتِهَا ٱلۡأَنۡهَٰرُ خَٰلِدِينَ فِيهَا بِإِذۡنِ رَبِّهِمۡۖ تَحِيَّتُهُمۡ فِيهَا سَلَٰمٌ

Isaan amananii gaggaarii hojjatan jannata laggeen ishee keessa yaatu seensifaman. ishee keessatti kan hafan ta’anii hayyama Gooftaa isaaniitiin. waldubbisaan isaanii ishee keessatti ‘salaam’ (jechuu dha). info
التفاسير: