വിശുദ്ധ ഖുർആൻ പരിഭാഷ - ഓരോമോ വിവർത്തനം - ഗാലീ അബാബൂർ

external-link copy
79 : 12

قَالَ مَعَاذَ ٱللَّهِ أَن نَّأۡخُذَ إِلَّا مَن وَجَدۡنَا مَتَٰعَنَا عِندَهُۥٓ إِنَّآ إِذٗا لَّظَٰلِمُونَ

Inni ni jedhe: “Nuti nama meeshaa keenya isa biratti argine malee fudhachuu irraa Rabbitti maganfanna. Dhugumatti, nuti yeroo san miidhaa hojjattoota.” info
التفاسير: