ការបកប្រែអត្ថន័យគួរអាន - ការបកប្រែជាភាសាអ័រម៉ូ - ហ្គាលី អាពេីពួរ

external-link copy
8 : 12

إِذۡ قَالُواْ لَيُوسُفُ وَأَخُوهُ أَحَبُّ إِلَىٰٓ أَبِينَا مِنَّا وَنَحۡنُ عُصۡبَةٌ إِنَّ أَبَانَا لَفِي ضَلَٰلٖ مُّبِينٍ

Yeroo (obboleeyyan Yuusuf) jedhan: “Dhugumatti, Yuusufiifi obboleessi isaa nurra gara abbaa keenyaatti jaalatamoodha,odoo nuti garee taanee jirru, Dhugumatti, abbaan keenya dogoggora ifa bahaa keessa jira. info
التفاسير: