ការបកប្រែអត្ថន័យគួរអាន - ការបកប្រែជាភាសាអ័រម៉ូ - ហ្គាលី អាពេីពួរ

external-link copy
69 : 12

وَلَمَّا دَخَلُواْ عَلَىٰ يُوسُفَ ءَاوَىٰٓ إِلَيۡهِ أَخَاهُۖ قَالَ إِنِّيٓ أَنَا۠ أَخُوكَ فَلَا تَبۡتَئِسۡ بِمَا كَانُواْ يَعۡمَلُونَ

Yeroma isaan Yuusuf irratti seenan obboleessa isaa (Ben-yaamiiniin) ofitti dhiheessee, “ani anatu obboleessa keetii, waan isaan kan hojjachatan tahanitti hin gaddin” jedhe. info
التفاسير: