ការបកប្រែអត្ថន័យគួរអាន - ការបកប្រែជាភាសាអ័រម៉ូ - ហ្គាលី អាពេីពួរ

external-link copy
10 : 12

قَالَ قَآئِلٞ مِّنۡهُمۡ لَا تَقۡتُلُواْ يُوسُفَ وَأَلۡقُوهُ فِي غَيَٰبَتِ ٱلۡجُبِّ يَلۡتَقِطۡهُ بَعۡضُ ٱلسَّيَّارَةِ إِن كُنتُمۡ فَٰعِلِينَ

Isaan irraa jedhaan tokko ni jedhe: “Yuusufiin hin ajjeesinaa, hundee boollaa (eela) keessatti isa darbaa. akka gariin daldaltoota karaa deemu isa fudhatu, yoo kan dalagdan taataniif” info
التفاسير: