क़ुरआन के अर्थों का अनुवाद - ओरोमो अनुवाद - गाली अबाबोर

Almaa’uun

external-link copy
1 : 107

أَرَءَيۡتَ ٱلَّذِي يُكَذِّبُ بِٱلدِّينِ

Isa qormaata sobsiisu argitee? info
التفاسير:

external-link copy
2 : 107

فَذَٰلِكَ ٱلَّذِي يَدُعُّ ٱلۡيَتِيمَ

Sun isa yatiima humnaan deebisu. info
التفاسير:

external-link copy
3 : 107

وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ ٱلۡمِسۡكِينِ

Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu. info
التفاسير:

external-link copy
4 : 107

فَوَيۡلٞ لِّلۡمُصَلِّينَ

Warra salaataniif badiin mirkanaa’e. info
التفاسير:

external-link copy
5 : 107

ٱلَّذِينَ هُمۡ عَن صَلَاتِهِمۡ سَاهُونَ

Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatoo tahan. info
التفاسير:

external-link copy
6 : 107

ٱلَّذِينَ هُمۡ يُرَآءُونَ

Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifatan. info
التفاسير:

external-link copy
7 : 107

وَيَمۡنَعُونَ ٱلۡمَاعُونَ

Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e). info
التفاسير: