Firo maanaaji al-quraan tedduɗo oo - Eggo maanaaji Kur'aana e haala Oromo - Gaali Ababoor

external-link copy
223 : 2

نِسَآؤُكُمۡ حَرۡثٞ لَّكُمۡ فَأۡتُواْ حَرۡثَكُمۡ أَنَّىٰ شِئۡتُمۡۖ وَقَدِّمُواْ لِأَنفُسِكُمۡۚ وَٱتَّقُواْ ٱللَّهَ وَٱعۡلَمُوٓاْ أَنَّكُم مُّلَٰقُوهُۗ وَبَشِّرِ ٱلۡمُؤۡمِنِينَ

Niitiiwwan keessan isiniif oyruudha. Oyruu keessan akkaataa feetaniin itti dhaqaa. Lubbuu keessaniif gaarii dabarfadhaa. Rabbiin sodaadhaa; Isa qunnamuu keessanis beekaa. Mu’uminoota gammachiisi. info
التفاسير: