Firo maanaaji al-quraan tedduɗo oo - Eggo maanaaji Kur'aana e haala Oromo - Gaali Ababoor

external-link copy
195 : 2

وَأَنفِقُواْ فِي سَبِيلِ ٱللَّهِ وَلَا تُلۡقُواْ بِأَيۡدِيكُمۡ إِلَى ٱلتَّهۡلُكَةِ وَأَحۡسِنُوٓاْۚ إِنَّ ٱللَّهَ يُحِبُّ ٱلۡمُحۡسِنِينَ

Karaa Rabbii keessattis kennadhaa, Harka keessaniin gara badiittis of hin darbinaa, Toltuu hojjadhaa; Dhugumatti, Rabbiin warra toltuu hojjatan ni jaalata. info
التفاسير: