Firo maanaaji al-quraan tedduɗo oo - Eggo maanaaji Kur'aana e haala Oromo - Gaali Ababoor

external-link copy
180 : 2

كُتِبَ عَلَيۡكُمۡ إِذَا حَضَرَ أَحَدَكُمُ ٱلۡمَوۡتُ إِن تَرَكَ خَيۡرًا ٱلۡوَصِيَّةُ لِلۡوَٰلِدَيۡنِ وَٱلۡأَقۡرَبِينَ بِٱلۡمَعۡرُوفِۖ حَقًّا عَلَى ٱلۡمُتَّقِينَ

Yeroo duuti tokkoon keessanitti dhufe, yoo kan qabeenya (of duubatti) dhiise ta’e: abbaa haadhaafi firootaaf haala gaariin dhaamuun isin irratti murteeffameera, haqa warra Rabbi sodaatanirratti taateedha. info
التفاسير: