Firo maanaaji al-quraan tedduɗo oo - Eggo maanaaji Kur'aana e haala Oromo - Gaali Ababoor

external-link copy
69 : 11

وَلَقَدۡ جَآءَتۡ رُسُلُنَآ إِبۡرَٰهِيمَ بِٱلۡبُشۡرَىٰ قَالُواْ سَلَٰمٗاۖ قَالَ سَلَٰمٞۖ فَمَا لَبِثَ أَن جَآءَ بِعِجۡلٍ حَنِيذٖ

Dhugumatti, ergamtoonni keenya Ibraahiimitti oduu gammachiisaan dhufan, nijedhan “nagaa (sirratti buufna)” Innis nijedhe “nagaan (isin irra haa jiraatu)”. Odoo hin turre jibicha waadamaan dhufe. info
التفاسير: