আল-কোৰআনুল কাৰীমৰ অৰ্থানুবাদ - ওৰোমো অনুবাদ- গালী আবাবুৰ

Axxaariq

external-link copy
1 : 86

وَٱلسَّمَآءِ وَٱلطَّارِقِ

Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha). info
التفاسير:

external-link copy
2 : 86

وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلطَّارِقُ

(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise? info
التفاسير:

external-link copy
3 : 86

ٱلنَّجۡمُ ٱلثَّاقِبُ

(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha. info
التفاسير:

external-link copy
4 : 86

إِن كُلُّ نَفۡسٖ لَّمَّا عَلَيۡهَا حَافِظٞ

Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu. info
التفاسير:

external-link copy
5 : 86

فَلۡيَنظُرِ ٱلۡإِنسَٰنُ مِمَّ خُلِقَ

Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu. info
التفاسير:

external-link copy
6 : 86

خُلِقَ مِن مَّآءٖ دَافِقٖ

Bishaan utaalaa irraa uumame. info
التفاسير:

external-link copy
7 : 86

يَخۡرُجُ مِنۢ بَيۡنِ ٱلصُّلۡبِ وَٱلتَّرَآئِبِ

Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u. info
التفاسير:

external-link copy
8 : 86

إِنَّهُۥ عَلَىٰ رَجۡعِهِۦ لَقَادِرٞ

Inni isa deebisuu irratti danda’aadha. info
التفاسير:

external-link copy
9 : 86

يَوۡمَ تُبۡلَى ٱلسَّرَآئِرُ

Guyyaa iccitiiwwan ifa ba'an. info
التفاسير:

external-link copy
10 : 86

فَمَا لَهُۥ مِن قُوَّةٖ وَلَا نَاصِرٖ

(Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru. info
التفاسير:

external-link copy
11 : 86

وَٱلسَّمَآءِ ذَاتِ ٱلرَّجۡعِ

Samii abbaa deddeebiitiinin (kakadha). info
التفاسير:

external-link copy
12 : 86

وَٱلۡأَرۡضِ ذَاتِ ٱلصَّدۡعِ

Dachii dhodhootuunin (kakadha). info
التفاسير:

external-link copy
13 : 86

إِنَّهُۥ لَقَوۡلٞ فَصۡلٞ

Inni (Qur'aanni) jecha adda baasaadha. info
التفاسير:

external-link copy
14 : 86

وَمَا هُوَ بِٱلۡهَزۡلِ

Inni qoosaa miti. info
التفاسير:

external-link copy
15 : 86

إِنَّهُمۡ يَكِيدُونَ كَيۡدٗا

Dhugumatti, isaan shira shiru. info
التفاسير:

external-link copy
16 : 86

وَأَكِيدُ كَيۡدٗا

Anis shiran baasa. info
التفاسير:

external-link copy
17 : 86

فَمَهِّلِ ٱلۡكَٰفِرِينَ أَمۡهِلۡهُمۡ رُوَيۡدَۢا

Kaafirootaaf yeroo kenni. Ammas xinnoo yeroo kenniif. info
التفاسير: