আল-কোৰআনুল কাৰীমৰ অৰ্থানুবাদ - ওৰোমো অনুবাদ- গালী আবাবুৰ

external-link copy
11 : 5

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ ٱذۡكُرُواْ نِعۡمَتَ ٱللَّهِ عَلَيۡكُمۡ إِذۡ هَمَّ قَوۡمٌ أَن يَبۡسُطُوٓاْ إِلَيۡكُمۡ أَيۡدِيَهُمۡ فَكَفَّ أَيۡدِيَهُمۡ عَنكُمۡۖ وَٱتَّقُواْ ٱللَّهَۚ وَعَلَى ٱللَّهِ فَلۡيَتَوَكَّلِ ٱلۡمُؤۡمِنُونَ

  Yaa warra amantan! Ni’imaa Rabbii kan isin irratti tahe yaadadhaa, yeroo ‘ummanni harkoowwan isaanii gara keessan diriirsuu yaadanii, (Rabbiin) harkoowwan isaanii isin irraa qabe’ (yaadadhaa). Rabbiin sodaadhaa. Mu’uminoonni Rabbi irratti haa irkatan. info
التفاسير: